Hospitaalli sadarkaa jalqabaa Haayiq tajaajilaa idileetti deebi’uuf qophii taasisaa jira
Finfinnee, Muddee 24, 2014 (FBC) – Sababa Gareen Shororkeessaa ABUT waraanaa baneen Onkololeessaa 8 hanga Muddee 11, 2014 tajaajila adda kutaa kan ture Hospitaalli sadarkaa jalqabaa Haayiq tajaajilaa idileetti deebi’uuf qophii taasisaa jiraachuu beeksiseera.
Garichi hospitaalicha barbadeessuu fi saamichi raawwatee ijaarsa dhaabbaticha osoo hin dabalatiin meeshaalee waldhaansaa qofarratti miidhaa Birrii miiliyoona 44 ol qaqqabsiiseera.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.