Fana: At a Speed of Life!

Hospitaalli Ispeeshaalaayizdii Waliigalaa Dasee garee shororkeessaa ABUTiin guutumaan guutuutti barbadaa’uu ibsame

Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) – Hospitaalli Ispeeshaalaayizdii Waliigalaa Dasee fi Hospitaalli Waliigalaa Kombolchaa garee shororkeessaa ABUTiin guutumaan guutuutti barbadaa’uu Ministeerri Fayyaa ibse.

Hospitaalonni kunneen akka lamata tajaajila hin laanetti garee shororkeessaa kanaan barbadaa’uu ibsameera.

Gareen shororkeessaa kun meeshaalee gatiin isaanii guddaa ta’e kanneen akka Veentileetarii, maashiniiwwan Anisteezhiyaa fi kanneen biroo saamuu ibsameera.

Dabalataan garee shororkeessaan ABUT tajaajila dhiyeessi qorichaa damee Dasee saamuu fi miidhaa cimaa irraan gahuu eerameera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.