Hospitaalichi March 8 sababeeffachuun tajaajila wallaa’ansa baqaaqsanii yaaluu Dooktaroota dubratootaan laataa jira
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Koolleejjiin Meedikaalaa Hospitaala Qidduus Phaalwoos Guyyaa dubartoota sababeeffachuun tajaajila wallaa’ansa baqaaqsanii yaaluu Dooktaroota dubratootaatin laataa jira.
Guyyaan dubartootaa March 8 sadarkaa idil addunyaatti yeroo 111ffaaf akka Ityoophiyaatti ammoo yeroo 46ffaaf kabajamaa jira.
Guyyichi mata duree ‘an waardiyyaa obboleetti kootii’ jedhuun kabajamaa jira.
Maddi:-TOI
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.