Hospitaala Qidduus Phaawuloositti Koolleejjiin Barkume barattoota ogummaa garaagaraan barsisaa ture 475 eebisise
Finfinnee,Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Hospitaala Qidduus Phaawuloositti Koolleejjiin Barkume barattoota ogummaa Fayyaa garaagaraan barsisaa ture 475 eebisiseera.
Eebbifamtoota har’aa keessaa 140 dubartoota ta’uu EBCn gabaasera.
Hospitaalichi guyyaa hundeeffama isaa waggaa 75ffaa kabajuus ibsameera.
Sagantaan Eebbaa baranaa guyyaa hundeeffama isaa waliin ta’uun adda isa taasiisa jedhan Proovoostiin Koollejjichaa Dooktar Wandimmaaganyi Gazzahaanyi.
Sirna eebbaa kanarratti Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan argamuu ibsameera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.