Fana: At a Speed of Life!

Hoospitaalli waliigalaa Kombolchaa Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 78n ijaarame eebbifame

Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)- Naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaa aanaa Kombolchaatti Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 78n kan ijaarame Hoospitaalli waliigalaa Kombolchaa eebbifamuun tajaajilaaf qophii ta’eera.
Sirna eebbichaarratti Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Amaaraa obbo Aganyaw Tashaagar, Ministira Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa akkasumaas hoggantonni hojii olaanoo federaalaa fi naannoo argamaniiru.
Godinichatti bakeewwan garagaraatti hojiiwwan bu’uuraalee misoomnaa Birrii biiliyoona 1.6 hojjettaman guyyaa kaleessarra eebbifamuu ragaan kominikeeshinii mootummaa naannichaa irraa argame ni mul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.