Hoolaa ilmoolee shan dhalte
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC)- Naannoo Ummatoota Kibba Lixaa Ityoophiyaa Godina Kafaa Aanaa Adiyyootti hoolaan tokko ilmoolee shan dhaluun gabaafame.
Hoolaan kun sanyii hoolaa Boogaa kan qabdu yoo ta’u, naannichatti sanyii hoolaa oomishtummaan beekamu keessa tokko ta’uu ragaan kominikeshinii naannichaarraa argame mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.