Fana: At a Speed of Life!

Hojjettoonnii fi Hoggantoonni Ministeera Barnootaa mindaa isaanii % 50 – 100 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisuuf murteessan

Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC) – Hojjettoonnii fi Hoggantoonni Ministeera Barnootaa mindaa isaanii % 50 – 100 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisuuf murteessuu Ministeerichi beeksiisa.
Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeerichaa Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjoomaniiru.
Dabalataan Ministeerichi sagantoota 40 Birrii miiliyoona 20 tilmaamamu deeggarsa taasiisuu Ministirri Ministeera Barnootaa Dooktar Injiinar Geetahuun Makuriyaan ibsaniiru.
Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeera Barnootaa gamaaggama Raawwii hojii bara 2013 fi karoora bara 2014 irratti Adaamaatti mari’achaa jiraachuu ragaan Ministeerichaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.