Fana: At a Speed of Life!

Hojjettoonni Ministeerichii fi waamamtoonni isaa Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan

Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Hojjettoonni Ministeerri Fayyaa fi dhaabbileen waamamtootaa Raayyaa Ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 41 taasiisaniiru.

Hojjettoonni Dhaabbilee kanneenii deeggarsa taasiisan cimsanii kan itti fufan ta’uu waadaa galuu ragaan Ministeera Fayyaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.