Hojjettoonni FM Faanaa Shaashamannee 103.4 raayyaa ittisa biyyaa dhiiga arjooman
Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Hojjettoonni FM Faanaa Shaashamannee 103.4 raayyaa ittisa biyyaa dhiiga arjoomuun raayyaa ittisa biyyaa cina dhaabbachuusaanii mirkaneessaniiru.
Lubbuu isaanii uummata isaaniif laataa kan jiran gooticha raayyaa ittisa biyyaaf dhiigi nuti laannuu hojii salphaa tola ooltootati jedhaniiru.
Birhanuu Bagaashaawtu gabaase
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffann