Fana: At a Speed of Life!

Hojiin uwwisa Asfaaltii sadarkaa 2ffaa proojektii daandii Addabaabayii Puushkiinii- Gootaraa hojjetamaa jira

Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC) – Hojiin uwwisa Asfaaltii Proojektii daandii sadarkaa 2ffaa Addabaabayii Puushkiinii- Gootaraa hojjetamaa jiraachuu ibsameera.

Hojiin uwwisa Aspaaltii proojektichaa sadarkaan xumuraa gaggeeffamaa jiraachuu himameera.

Ijaarsi daandichaa dhaabbata ijaarsaa daandii Chaayinaa ‘Farist Haay Weey Injinariing’ jedhamuun hojjetamaa jiraachuu ibsameera.

Daandichi baasii Birrii biiliyoona 1.5 oliin hojjetamaa jiraachuu himameera.

Ijaarsi daandichaa Fulbaana 20, 2012 kan eegalame ta’uu ragaan Abbaa Taayitaa Daandiiwwanii magaalaa Finfinneerraa argame ni muul’isa.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.