Fana: At a Speed of Life!

Hojiin Misooma Qamadii Jallisii Bonee haala milkii qabuun gaggeeffamaa jira – MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Eebila 30, 2014 (FBC) – Hojiin Misooma Qamadii Jallisii Bonee haala milkii qabuun gaggeeffamaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsaniiru.

Milkaa’ina kana irratti Qonna magaalaa dabaluun hanqina wabii midhaan nyaataa suuta suuta furuuf nu dandeessisa jedhan Fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.