Fana: At a Speed of Life!

Hojiin misooma biqiltuuwwan muduraa jijiiramaa fi bu’aa olaanaa galmeessaa jira-Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Hagayya 7, 2016 (FBC)-Sosochii misooma Ashaaraa Magariisaan, hojiileen misooma biqiltuuwwan muduraa jijjiiramaa fi bu’aa olaanaa galmeessaa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.

Dooktar Abiy gama miidiyaa hawasummaa isaaniin, hojiilee milkaa’aarratti bu’uureffachuun bu’aa caalu argachuuf, hojmaata cimsuu, kalaqoota tooftaalee ammayyeessan irratti hojjechuu akkasumas eegumsa naannawaa fi hojiilee qonnaa sadarkaa caalutti ceesisuuf hawaasa hirmaachisuun itti fufuu qaba jedhaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.