Fana: At a Speed of Life!

Hojiileen tattaaffii waloon eegalle saffisa isaa eeggatee akka gaggeeffamuuf haa hirmaannu-Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)-Humna Qonnaa keenya sirnaan fayyadamuuf hojiileen tattaaffii waloon eegalle saffisaa isaa eeggatee akka gaggeeffamuuf haa hirmaannu jechuun Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hubachiisan.

Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti, yeroo ammaa bu’aan qamadii jallisii mul’achaa jira.

Damee qonnaan akka biyyaatti dandeettii jiru guutummaatti fayyadamuuf hojiileen tattaaffii waloon eegalle saffisaa isaa eeggatee akka gaggeeffamuuf haa hirmaannu jechuun hubachiisaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.