Fana: At a Speed of Life!

Hojiileen misoomaa hoggantootaan daawwataman

Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC)- Hooggantoonni Olaanoon Naannolee garaagaraa marii hawaasa boru Oromiyatti gaggeeffamurratti hirmaatan hojiilee misoomaa naannichaatti hojjetamaa jiran daawwataniiru.

Haaluma kanaan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaa akkasumas miseensi Koree hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa Obbo Irstuu Yirdaawu misooma qamadii fi Paappayyaa Magaalaa Adaamaa daawwachuu OBN gabaaseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.