Fana: At a Speed of Life!

Hojiileen misooma qonnaa boroo wabii nyaataa mirkaneessuuf murteessaadha- MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Waxabajjii 12, 2014 (FBC) – Hojiileen misooma qonnaa boroo wabii nyaataa mirkaneessuuf murteessaa ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad guyyaa har’aa magaalaa Finfinneetti hojiilee qonnaa mana boroo fi giddugaloota soorataa hawaasa galii gadi aanaa qaban soruu danda’an daawwachuu ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin eeraniiru.

Hojiileen misooma qonnaa boroo wabii nyaataa mirkaneessuuf murteessaa ta’uu kaasuun, bakkeewwan hundatti bal’inaan hojjetamuu akka qaban dhaamaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.