Hojiileen bulchiinsi magaalichaa damee barnootaan hojjete jajjabeessadha – Piroofeesar Birihaanuu Naggaa
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee hojiileen damee barnootaan hojjete jajjabeessaa ta’uu Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birihaanuu Naggaan ibsan.
Adeemsa baruu fi barsiisuu ammayyeessuu, dhaloota namuusa gaarii fi beekkumsa gahaa goonfate ijaaruurratti hojiilee jajjabeessaan hojjetamuu eeraniiru.
Piroofeesar Birihaanuun dhimmoota barnootaa ilaachisee Kantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee waliin mari’ataniiru.
Mariin boodas Waajjira Kantibaa daawwataniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.