Fana: At a Speed of Life!

Hojii Waajjirri Giiftii Duree damee barnootaan akkasumas magaalotatti wabii nyaataa mirkaneessuuf hojjetu kan dinqisiifatamudha- MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015(FBC)- Hojii Waajjirri Giiftii Duree damee barnootaan akkasumas magaalotatti wabii nyaataa mirkaneessuuf hojjetu kan dinqisiifatamu ta’uu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ibsan.

Muummeen Ministiraa ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin,Sirna eebbaa mana daabboo Waajjira Giiftii Dureetiin Magaalaa Aggaarootti ijaarame irratti argamuu ibsaniiru.

Waajjirichi hojii damee barnootaatiin akkasumas magalootatti wabii nyaataa mirkaneessuuf hojjetuun gummaachi taasisu kan dinqisiifatamu ta’uu eeraniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.