Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonnii fi hojjettoonni Mana Maree Federeeshinii raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisaan

Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Hoggantoonnii fi hojjettoonni Mana Maree Federeeshinii raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 3.6 ol taasisaaniiru.

Dabalataanis raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa qaban ibsuun mata duree ‘dhiiga keenya raayyaa ittisaaf’ jechuun guyya har’a dhiiga arjoomaniiru.

Hoggantoonnii fi hojjettoonni kunneen deeggarsa raayyaa ittisa biyyaaf taasisaan cimsanii kan itti fufaan ta’uu ibsu TOI gabaasera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.