Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonnii fi hojjettoonni abbaa taayitaa miidiyalee Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjooman

Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa barbaachisaa taasisuuf muranneerra jechuun hoggantoonnii fi hojjettoonni abbaa taayitaa miidiyaalee Ityoophiyaa ibsaniiru.
Hoggantoonnii fi Hojjettoonni abbaa taayitichaa deeggarsa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjoomaniiru.
Gara fula duraattis raayyiichaaf deeggarsa barbaachisuu taasisuuf murannoo qabachuu ibsuusaanii ragaan abbaa taayitaa miidiyaalee Ityoophiyaarra argamee ni muul’dhisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.