Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni Yuunivarsiitii Waachaamoo to’annoo jala oolaan

Finfinnee, Adoolessa 15, 2016 (FBC) – Pireezidaantii fi Pireezidaantii Itti Aanaa dabalatee hoggantoonni Yuunivarsiitii Waachaamoo to’annoo jala oolaaniiru.

Pireezidaantii Yuunivarsiitii Waachaamoo Dooktar Habtaamuu Abbabaa fi Pireezidaantii Itti Aanaa Dooktar Taammiraat Taaggasaa dabalatee hoggantoonni yuunivarsiitichaa to’annoo jala oolaniiru.

Hoggantoonni kunneen gochaa Malaammaltummaan shakkamanii to’atamuu ibsameera.

Faanaa Biroodkaastiing Korporeet saamicha qabeenyaa Yuunivarsiiticha keessa raawwatamaa jiru ilaalchisee gabaaasa qorannoo dhiyeessaa turuun kan yaadatamuudha.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.