Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni waldaa ogeeyyoota Seeraa Ityoophiyaa fi Ministeerri Haqaa iddoowwan waraanaa miidhaman daawwatan

Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Hoggantoonni fi hoji raawwachiiftoonni waldaa ogeeyyoota Seeraa Ityoophiyaa fi Ministeerri Haqaa FDRI naannolee Amaaraa fi Affariitti iddoowwan garee shororkeessa ABUT miidhaman daawwachuu  waldichi beeksiseera.

Hoji raawwachiisaan waldichaa fi walitti qabaan koree hariiroo idil addunyaa obbo Teedroos Geetaachoo, naannolee lamaanitti iddoowwan garagaraatti miidhaa fi ajjeechaan garee shororkeessaa ABUT’tiin raawwatamee kan yoomuu  hin dagatamneedha jedhaniiru.

Lubbuu nama badee deebisuun danda’amuu baatuus garichi

iddoowwan barbadeessee deebisuuf hirmaannaan Ityoophiyaanoota barbaachisaadha jedhaniiru.

Fireehiywot Saffiitu gabaase

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.