Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa hojiilee misoomaa daawwatan

Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) – Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa giddugaloota adda addaatti leenjii biyyaalessaa marsaa 2ffaa leenji’aa jiran hojiilee misoomaa daawwataniiru.

Hoggantoonni giddu gala Hoosaa’iinaa, Dasee fi Hawaasaatti leenjii biyyaalessaa mata duree ‘Idaarraa gara Mindaatti’ jedhuun leenji’aa jiran hojiilee misoomaa daawwataniiru.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.