Hoggantoonni olaanoon Piroojektii Humna Anniisaa Kooyishaa daawwatan
Finfinnee, Mudde 14, 2016 (FBC) – Itti Aanaa Ministira Muumnee fi Ministira Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin dabalatee hoggantoonni olaanoon Piroojektii Humna Anniisaa Kooyishaa daawwataniiru.
Itti Aanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahii, Af Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoo, Af Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagar, Pireezidaantoonni naannolee fi Ministiroonni daawwannicharratti argamaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.