Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni olaanoon Komishinii Marii Biyyoolessaa Af Yaa’ii obbo Taaggasaa Caafoo waliin mari’atan

Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) –Komishinarri olaanaa Komishinara Marii biyyoolessaa Proofeesar Masfiin Ari’ayaa fi itti aantuun komishinirri Hiruut Gabrasillaasee Af Yaa’ii obbo Taaggasaa Caafoo waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniin komishiniin marii biyyoolessaa raawwii qophii boqonnaarratti mari’ataniiru.

Proofeesar Masfiin, komishinichii baatii Waxabajjii 15, 2014 irraa eegalee hojii eegaluu fi komishinicha gurmeessuuf qaamolee tumsitoota waliin mari’achuu himaniiru.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.