Hoggantoonni Olaanoo Mootummaa Agarsiisa Horsiisee Bultootaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 22, 2016 (FBC)- Hoggantoonni Olaanoo Mootummaa agarsiisa Horsiisee Bultootaa Gaanfa Afrikaa daawwataniiru.
Guyyaan Horsiisee Bultootaa Ganfaa Afrikaa mata duree “Horsiisee Bultummaan Midhagina Gaanfa Afrikaa” jedhuun Galma Barkumeetti gaggeeffamaa jira.
Guyyaa har’aas Hoggantoonni olaanaa Mootummaa fi Paartii Badhaadhinaa agarsiisicha daawwataniiru.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.