Hoggantoonni olaanoo MNO labsii harka dhiqannaa Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) labse harka dhiqachuun fakkenyummaasaanii agarsiisaa jiru
Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) – Hoggantoonni olaanoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa labsii harka dhiqannaa Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) labse harka dhiqachuun fakkenyummaasaanii agarsiisaa jiru.
Hoggantoonni olaanoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa dhibee Vasyirasii Koronaa ittisuuf maloota ittiin dhibecha ofirraa ittisan keessaa tokko kan ta’e labsii harka dhiqannaa Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) labse harka dhiqachuun fakkenyummaasaanii agarsiisaa jiru.
Ummanni keenyas yeroo yeroon harka dhiqachuunii fi aadaa nagaa wal tuttuqqiisaa foyyeeffachuu akka qabus dhaamaniiru.