Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni olaanoo fi giddugaleessaa mootummaa naannoo Somaalee haala waqtaawaa biyyaalessaarratti mari’atan

Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Hoggantoonni olaanoo fi giddugaleessaa mootummaa naannoo Somaalee haala waqtaawaa biyyaalessaarratti mari’ataniiru.

Preezdaantiin naannichaa obbo Musxafee Mahaammad haasaa waltajjicharratti taasisaniin, yeroo amma kana biyya baraaruuf tattaaffii taasifamuuf hoggansi naannichaa shooraa isaa ba’aachuu qaba jedhaniiru.

Hoggansichi duula birmaddummaa cinaatti naannichaa nageenii amansiisaan akka jiraatuuf hongee muudateef deebii ariifachiisaa laachuuf  hedduutu eegama jedhameera.

Akkasumas tajaajila uummataa naannichaaf laatan cimsanii akka itti fufaan himaniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.