Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni Ministeera Qonnaa fi Dhaabbiilee Waamatoota Naannoo Afaaritti biqiltuu dhaaban

Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) –Hoggantoonni fi Hojjettoonni Ministeera Qonnaa fi Dhaabbiilee Waamamtoota Naannoo Afaar Aanaa Dubitii Ayirolafinaatti biqiltuu dhaabaniiru.
Saganticharratti Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amantee, Ministir Deetaawwan,hojjettoonni ministeerichaa fi qondaaltoonni Olaanoo naannichaa biroon argamuu ragaan Miidiyaa naannicharra argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.