Hoggantoonni Dhaabbilee Federaalaa adeemsa ijaarsa Loojii Gar’aaltaa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Hoggantoonni Dhaabbilee Federaalaa qaama Piroojektii Maaddin Biyyaaf kan ta’e ijaarsa Loojii Gar’aaltaa daawwataniiru.
Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos, Ministirri Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii, Daayrektarri Jeneraalaa Odeeffannoo fi Nageenyaa Biyyaalessaa Ambaassaddar Reedwaan Huseen, Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Obbo Getaachoo Raddaan daawwannicharratti argamaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.