Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni biyyoota miseensa IGAD duula olaantummaa seeraa mirkaneessuuf beekkamtii seeraa laatan – Dooktar Abiy

Hoggantoonni biyyoota miseensa IGAD duula olaantummaa seeraa mirkaneessuuf beekkamtii seeraa laatan – Dooktar Abiy

Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) – Hoggantoonni biyyoota miseensa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa duula olaantummaa seeraa kabachisuuf beekkamtii seeraa laachuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.

Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ityoophiyaa deeggaruuf kaka’umsa agarsiisaniif galanni koo guddaadha jedhna Fuula Tiwiitarii isaaniin.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.