Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni biyyoota Afrikaa Yaa’ii Gamtaa Afrikaa fi Awurooppaarratti hirmaachuuf Biraasiilsi gala jiru

Finfinnee, Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Hoggantoonni biyyoota Afriikaa Yaa’ii Gamtaa Afriikaa fi Awurooppaarratti hirmaachuuf Beeljiyeem,Biraasiilsi galaa jiraachuu ibsame.
Yaa’iin waloo Gamtaa Afriikaa fi Awurooppaa kun bara Faranjootaa Guraandhala 17 – 18, 2022 Biraasilsitti ni gaggeeffama jedhame.
Yaa’iichi marsaa 6ffaaf kan gaggeeffamu yoo ta’u, hoggantoonni Gamtaa lamanii dhimmoota waloo dursa argachuu qabanirratti xiyeeffannoon ni mari’atuun eegama.
Haala itti badhaadhinni ardiilee lameenii itti milkaneessuun danda’amuurati kallattii ni kaa’u jedhamees ni eegama.
Paakkeejiin Invastimentii Afriikaa fi Awurooppaa faalama qilleensaa fi ittisa Weerara Covid-19 yaada keessa galche ni ifooma jedhameera.
Akkasumas dhimma nagaa fi tasgabbii itti fufiinsa qabu milkeessuuf danda’amurrattis ni mari’atama jedhame.
Maddi:-CGTN
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.