Hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa obbo Adaam Faraaha wal harka fuudhinsa hojii raawwataan
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Hundeeffamaa mootummaa haaraatin hogganaa waajjira Paartii Badhaadhinaa ta’uun kan muudamaan obbo Adam Faraaha hogganaa waajjira Paartii Badhaadinaa duraanii obbo Binnaalf Andu’aaleen waliin wal harkaa fuudhinsa hojii raawwataniiru.
Obbo Binnaalf Andu’aaleem dabalatee hoggantoonni waajjirichaa argamanitti hogganaan waajjira Paartii Badhaadhinaa obbo Adam Faraaha waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniin hojiiwwan hojjetamaa jiran akkasumas karoora gara fulaa duraatti karoorfameerratti mari’ataniiru.
Obbo Adam Faraaha hojjettoota waajjirichi daawwachuun jajjabeessuu ragaan waajjira Paartii Badhaadhinaarra argame ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.