Fana: At a Speed of Life!

Hoggaantoonni Ityoophiyaa, Keeniyaa, Soomaaliyaa fi Jibuutii marii waloo gaggeessan

Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) – Yaa’ii hoggantoota Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa 38ffaarratti hirmaachuuf Jibuutiitti kan argaman Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy hoggantoota miseensa dhaabbatichaa waliin dhuunfan marii taasiisaniiru.
Dooktar Abiy marii dhuunfaan taasiisan alatti Preezdaantoota Sudaan, Keeniyaa, Soomaaliyaa fi Jibuutii waliin marii waloo gaggeessaniiru.
Tumsaan nagaa buusuun guddinaa fi misooma naannichaaf murteessa ta’uu Dooktar Abiy dubbachuu isaanii Fuula Tiwiitara isaanin ibsaniiru.
Dhimmoota ariifachiisarratti walga’uun mari’achuu isaaniitti gammaduu Dooktar Abiya ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.