Fana: At a Speed of Life!

Hiriirri Mormii giddu seentummaa seena alaa biyyoota Lixaa Finfinneetti gaggeeffameera

Finfinnee, Onkololeessa 12, 2015 (FBC)- Mata duree “Ityoophiyaaf nan dhaabbadha sagalee koo nan dhaggeessisa” jedhuun giddu seentummaa seeraan alaa biyyoota Lixaa mormuuf hiriirri mormii ummataa Finfinneetti gaggeeffameera.

Hiriira Magaalaa Finfinneetti gaggeeffameen jiruun jiraattonni dhaadannoowwan garaagaraa dhageessisuun mormii isaanii ibsataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.