Fana: At a Speed of Life!

Hiriirri mormii giddu seentummaa alaa Magaalaa Finfinnee karaa nagaan gaggeeffamuu bulchiinsi magaalichaa beeksise

Finfinnee, Onkololeessa 12, 2015 (FBC)- Mata duree “Ityoophiyaaf nan dhaabbadhaa; sagalee koo nan dhageessisa” jedhuun hiriirrii ummataa waamame hirmaannaa miliyoonotaan dammaqinaan karaa nagaan gaggeeffamuu Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee beeksiseera.

Hiriiricharratti ergaawwan karaa ifaa ta’een addunyaaf dabarfamuun nagaan gaggeeffamee xumuramuu ibseera.

Nageenyummaa hiriirichaafi ergaawwan dabarfamaniif jiraattota magaalattii, qaamolee nageenyaa, hiriirrichaa kanneen qindeessaan Dhaabbilee Waldaalee Siiviikii fi hoggantootaa paartilee siyaasaa bulchiinsi magaalichaa galateeffateera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.