Fana: At a Speed of Life!

Hiriirri deeggarsaa nagaan goolabameera-BKO

Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Hiriirri deeggarsaa Naannoo Oromiyaa keessatti gaggeeffame nagaan goolabamuu Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa Obbo Hayiluu Addunyaa Ibsan.

Obbo Hayiluu Addunyaa akka ibsanitti hiriira gaggeeffamerratti lammiileen naannolee ollaa hirmaataniiru.

Kunis, jijjiiramichi kan ummattoota hundaa ta’uu mul’isa jedhan.

Dabalataan, Ityoophiyaa bu’aalee gama dinagdee, siyaasaa fi dipiloomaasitiin argaman itti fufsiisuuf kan kaayyeffate ta’uu himuu ragaan Waajjira Pireezidaantii naannichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.