Fana: At a Speed of Life!

Hiriirri deeggarsaa Muummee Ministiraa Abiy Ahimad Magaalaa Naqamteetti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)- Hiriirri deeggarsa Muummee Ministiraa Abiy Ahimad fi bu’aalee jijjiiramaan galmaa’an itti fufsiisuu Magaalaa Naqamteetti gaggeeffamaa jira.
 
Jiraatonni Magaalaa Naqamtee fi naannawaa ishee hiriira deeggarsa Istaadiyamii Wallaggaatti yaa’uun taasisaan jiru.
 
Hiriira kanarratti Jiraattoonni hirmaatan Bitootessa 24 booda jijjiirama siyaasaa fi dinagdee argameera jechuun jijjiirama kana deeggaruun gara fuula duraatti mootummaa cinaa dhabbachuun nageenya fi misooma biyyaaf tumsa akka taasisaan ibsaniiru.
 
Galaanaa Tasfaatu gabaase.
 
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
 
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
 
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
 
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.