Hiriirri deeggarsaa Magaalaa Hawaasaatti gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC)- Hiriirri deeggarsaa Naannoo Sidaamaa Magaalaa Hawaasaatti gaggeeffame.
Hirmaattonni hiriirichaas ergaawwan “Badhaadhina biyya keenyaaf gamtaan nidhaabanna; biyya keenya gara guddinaatti ceesisuuf hooggansa jijjiiramaa waliin cimnee nidhaabanna; jijjiirama itti nifufsiifna” jedhan dabarsuu ragaan kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia