Hiriirri deeggarsaa injifannoo fi milkaa’ina jijjiiramaan argame itti fufsiisuuf kaayyeffate magaalaa Shashaamannee fi Arsii Lixaatti gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC) – Hiriirri deeggarsaa injifannoo fi milkaa’ina jijjiiramaan argame itti fufsiisuuf kaayyeffate magaalaa Shashaamannee fi Godina Arsii Lixaatti gaggeeffameera.
Jiraattonni Magaalaa Shaashamannee fi Godina Arsii Lixaa hiriira deeggarsaa mata duree ‘hoggatoota jijjiiramaa keenya akka qaroo ija keenyaatti isin eegganna nuuf jabaadhaa’, Abbichuu abbaa malaa, mala keetiin biyya milkaa’inaatti ceesisaa jirta jabaadhu jedhuun hiriira deeggarsaa gaggeessaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.