Fana: At a Speed of Life!

Hiriirri deeggarsaa injifannoo fi milkaa’ina jijjiiramaan argame itti fufsiisuuf kaayyeffate magaalaa Adaamaatti gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC) – Hiriirri deeggarsaa injifannoo fi milkaa’ina jijjiiramaan argame itti fufsiisuuf kaayyeffate magaalaa Adaamaatti gaggeeffameera.

Jiraattonni Godina Shawaa bahaafi Magaalaa Adaamaa hiriira deeggarsaa bahaniin Injifannoo fi milkaa’ina jijjiiramaan booda argame itti fufsiisuuf mootummaa jijjiiramaa biyyattii hoogganaa jiru ni tumsina jedhan.

Lalisee Tasfaayee fi Maraa’ol Kadirtu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.