Fana: At a Speed of Life!

Hiriirri deeggarsaa hawaasa Godina Iluu Abbaa Boor fi Magaalaa Mattuun gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC)-Hawaasni Godina Iluu Abbaa Boorii fi Bulchiinsa Magaalaa Mattuu hiriirri deeggarsaa gaggeessaniiru.

Hiriira hoggantoonni sadarkaa godinichaa hawaasni naannawichaa kan hirmaatan yoo ta’u, Abbaa Bilisummaa fikanaaf badhaadhinaa cina ni dhaabbannu jedhaniiru.

Guyyaan kun seenaa biyyattii keessatti guyyaa federaaliziimiin dhugaa itti mirkanaa’ee fi walqixxummaan sabootaa fi Sablammootaa kan itti mirkanaa’e ta’uun eerameera.

Hiriira kanarratti jiraattonni injifannoowwan argamanii fi milkaa’inaalee galmaa’an itti fufsiisuuf tumsaa fi kutannoo qaban dhaadannoowwan garaagaraatiin calaqqisiisaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.