Fana: At a Speed of Life!

Hiriirri deeggarsaa guyyaa injifannoo Bitooteessa 24 magaalaa Maayaatti gagageeffame

Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Hiriirri deeggarsaa guyyaa Injifannoo Bitootessaa 24 Bulchiinsa Magaalaa Maayaa fi Godina Harargee Bahaatti mata duree ”Nageenya keenya ni eegganna, jijjiirama ni waaressina” jedhuun gaggeeffameera.
Hirmatoonii hiririchaa dhadannoowwaan “seenessii waloo utubaa ijarsaa biyyaatti, Bitooteessii 24 guyyaa tokkummati wal kabajaa fi wal dhaggeeffachaa nagenyaa ni mirkannessina jedhuu qabaachuu hirmaachuun ibsameera.
Yaasin Shamsudiintu gabaase.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.