Fana: At a Speed of Life!

Hiriirri balaaleffannaa gareewwan shororkeessaa ABUT fi Shanee magaalaa Soddootti gaggeeffamaa jira

Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Hiriirri balaaleffannaa gareewwan shororkeessaa ABUT fi Shanee godina Walaayiittaa magaalaa Soddootti gaggeeffamaa jira.

Hiriiricharrattis jiraattoonni kutaa hawaasaa garagaraarra walitti babba’aan hirmaataniiru.

Hirmaattoonni hiriirichaas dhaadannoowwan garagaraa dhageessisaa jiru.

Abbabech Keeshamoo fi Abrahaam Baadiiti gabaase

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.