Fana: At a Speed of Life!

Hinditti sababa dhibee hin beekamneen namoonni hedduun hospiitaala seenan

Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC)- Hinditti sababa dhibee hin beekamneen namoonnii hedduun hospiitaala seenuun isaanii dhaga’ameera.
Dhibee maalummaan isaa hin beekamneen bulchiinsa Kibba Hindii Andiraa Piraadeshitti yoo xiqqaate lubbuun nama tokko yoo darbu, 227 kan ta’an ammoo hospitaala seenaniiru.
Dhukkubsattoonni kunneen mallattoo deebisiisuu akkasumas of wallaaluu fi gaggabdoo akka qaban Doktaroonni himaniiru.
Dhukkubni kuni yeroo Hindiin vaayrasii koroonaa waliin waal’aansoo walqabaa jirtutti kan dhaga’ame.
Biyyattiin lakkoofsa namoota vaayrasii koroonaatin qabamaniin addunyaarraa lammaffaarratti argamti.
Maddi:-BBC
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffan
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.