Fana: At a Speed of Life!

Himanni Federeeshiniin Atleetiksii Keeniyaa Atleet Lattasanbat Giday irratti dhiyeesse kufaa ta’e

Finfinnee, Adoolessa 11, 2014 (FBC) – Himanni Federeeshiniin Atleetiksii Keeniyaa Atleet Lattasanbat Giday irratti dhiyeesse kufaa ta’eera.
Fiigicha fageenya meetira kuma 10 dubartoota gidduutti fiiggamerratti Atleet Lattasanbat Giday Alteetii Keeniyaa Obiirii ciqileen rukkette jechuun Federeeshiniin Atleetiksii Keeniyaa komii Federeeshiniin Atleetiksii Addunyaaf dhiyeessee ture.
Haa ta’uutii Lattasanbat xumura fiigichichaarratti Alteet Heelan Obiirii caalaa sadarkaa 1ffaan xumuruuf carraan qabdu olaanaa ta’uu isaa tilmaamama keessa galchuun Federeeshiniin Atleetiksii Addunyaa himaticha kufaa taasiisuu isaa ragaan Ispoortii Afrikaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.