Fana: At a Speed of Life!

Hidhi Haaromsaa hariiroo biyyoota ollaa ni cimsa -paarlaamaa Keeniyaatti waamamaa mootummaa

Finfinnee, Waxabajjii 1,2012(FBC)- Hidhi Haaromsaa hariiroo biyyoota ollaa ni cimsa jedhan paarlaamaa Keeniyaatti waamamaan mootummaa Adan Duwaaleen.
 
Keeniyaatti ambaasaaddarri guutuu Ityoophiyaa Mallas Alam qondaalticha waliin mari’ataniiru.
 
Ambaasaaddar Mallas dhimma ijaarsa hidhichaarratti ibsa laataniiru.
 
Fayyadamtummaa lammiilee Ityoophiyaas cimsuudhan, fedhii misoomuu ni mirkaneessa jedhan.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.