Fana: At a Speed of Life!

Hidhattoonni Godina Matakkal Aanaa Maanduraa keessa hidhannoon socho’aa turan gara nagaatti deebi’an

Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Hidhattoonni Naannoo Beenishaanguul Gumuz Godina Matakkal Aanaa Maanduraa keessa hidhannoon socho’aa turan gara nagaatti deebi’uu ibsame.

Hidhattoonni kunneen nageenyaaf dursa kennuun karaa nagaan gara giddugala aanichaatti dhufuu ibsameera.

Itti Aanaan Af Yaa’ii naannichaa Mallisaa Kiwii, Bulchaan Godina Matakkal Obbo Attinikuut Shatuu fi Jaarsoliin biyyaa hidhattoota kanneeniif simannaa taasiisuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii aanichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.