Fana: At a Speed of Life!

Hidhaaleen madda Anniisaa hundi Bishaan gahaa kuufataniiru –Humna Elektirikaa Ititoophiyaa

Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Hidhaaleen madda Anniisaa hundi Bishaan gahaa kuufachuu Humni Elektirikaa Ititoophiyaa beeksiise.

Buufataaleen Gibee 3, Gannaalee Daawaa fi Gibeen 1Bishaan gahaa Anniisaa Maddisiisuuf tajaajilu kuufachuu Korporeeshinii Humna Elektirikaa Itiyoophiyaatti Daayrektarri Kominikeeshinii Mogas Makonniin dubbataniiru.

Malkaawaakkannaa, Amartiinashee, Qooqaa fi Fincaa’anis Bishaan anniisaa maddisiisuuf isaanii dandeessisu kuufachuu eeraniiru.

Gibee 2, Awaash 2 fi 3 ammoo Bishaan gahaa akka kuufatani taasiifamaa jiraachuu Obbo Mogas ibsaniiru.

Bara kana hidhaaleen hundi Bishaan gahaa argachuu kaasaniiru.

Yohaannis Darribootu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.