Hawaasni Yuunvarsiitii Finfinnee hiriira mormii gidduseentummaa biyyoota alaa gaggeessan
Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Miseensoonni hawaasa Yuunvarsiitii Finfinnee hiriira mormii gidduseentummaa biyyoota alaa gaggeessaa jiru.
Hiriirichas gidduseentummaan biyyoota alaa Ityoophiyaarratti gaggeessaa ‘Ni Ga’aa’ mata duree jedhuun gaggeessaati kan jiran.
Hirmaattooni hiriirichas dhaadannoowwan garagaraa dhageessisaniiru.
Miseensoonni hawaasa yuunvasiitiichaa ulaa Imbaasii Ameerikaatti argamuun sagalee mormii kan dhageessisan ta’uu ibsameera.
Maddi:-TOI
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa
argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.