Hawaasni oomishaalee dhadhaa lawuzii 14 ta’an akka hin fayyadamne abbaan taayitichaa hubachiise
Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) –Hawaasni Afilaa tooksiinii (Aflatoxine) olaanaan irratti kan argame oomishaalee dhadhaa lawuzii 14 ta’an akka hin fayyadamne Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Too’annoo Qorichaa Ityoophiyaa beeksise.
Abbaan Taayitichaa qoo’annaa fi hordofii taaiseen Afilaa tooksiinii (Aflatoxine) olaanaan irratti argamuu ibseera.
Dhaabbilee lawuzoota oomishan tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuuf oomishtoota argachuu akka hin dandeenye beeksiseera.
Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Too’annoo Qorichaa Ityoophiyaa dhadhaa lawuzii faayidarraa akka hin oole dhorke;
Dhadhaa lawuzii Misiraaq
Dhadhaa lawuzii Saaraa
Dhadhaa lawuzii Daanaa
Dhadhaa lawuzii Sagan
Dhadhaa lawuzii Arhiibuu
Dhadhaa lawuzii Rajaat
Dhadhaa lawuzii Ityoo
Dhadhaa lawuzii Tsiyoon
Dhadhaa lawuzii Maaharuun
Dhadhaa lawuzii Laaviilii
Dhadhaa lawuzii Innaat
Dhadhaa lawuzii AF
Dhadhaa lawuzii Ocholonii Maanaa
Dhadhaa lawuzii Hiiraa fa’i.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.